Fana: At a Speed of Life!

Yaadannoon Artiist Haacaaluu Hundeessaa waggaa 1ffaa Kampaasii Haacaaluutti sirna dungoo qabsiisuun yaadatame

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Yaadannoon Artiisti Haacaaluu Hundeessaa waggaa 1ffaa magaalaa Amboo Kampaasii Haacaaluutti sirna dungoo qabsiisuun yaadatameera.

Sagantaa yaadannoo kanarratti maatiin artiist Haacaaluu hooggantoonni yuunvarsitii, barattoonni, jaallattoonni, dargaggoonni fi qaamoleen garagaraa argamaniiru.

Sirna yaadannoo kanarratti Yuunvarsitii Ambootti garee tiyaatiraa giddugala Looreet Tsaggaayee G/Madin agarsiisa garagaraa dhiyeessuun yaadachuu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii mootummaa Godina Shawaa Lixaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.