Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin biyyoolessaa mata duree ”jaarsa indaastirii konistiraakshiini bu’a qabeessaa badhaadhinaa Ityoophiyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)-Misoomni Magaalaa fi Konstiraakshinii ”yaa’ii biyyoolessaa mata duree jaarsa indaastirii konistiraakshiini bu’a qabeessaa badhaadhinaa Ityoophiyaaf” jedhuun gaggeessaa jira.

Ministirri Ministeera Misooma magaalaa fi konistiraakshinii Injiinar Ayishaa Mahaammad, jijjiirramaa biyya mootummaan eegalee indaastirichaa gamaaggamuuf haalli mijaataan umaamee damichi ijaarsa  biyyaa keessaatti shooraasa akka ba’uuf tattaaffiin taasifamaa jira jedhaniiru.

Ministirittiin bu’aan damichaan argamaan akka fakkenyaatti dhiyeessaaniiru.

Waltajjicharratti hooggantoonni indaastirii konistiraakshinii, qaamolee dhimmi ilaallatuu fi ogeeyyiin akkasumaas keessummoonni waamichi taasifameef hirmaataniiru.

Karoori wagga 30 indaastirii konistiraakshinii teeknooloojii fi muuxaannoowwan dhiyaatanii marii kan taasifamuu ta’uu ragaan Ministeericharra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.