Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa filannoon dhufuu nagaan akka xumuramuuf waamicha dhiyeessan

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa  filannoon dhufuu nagaan akka xumuramuuf waamicha dhiyeessaniiru.

Filannoon marsaa 6ffaa dhimmoonni yaaddeessoon hedduun wayita jiranitti kan gaggeeffamuuta’uusaan, qaamoleen hundi gochaawwanii fi haasaa hin barbaachifneerra akka of qusatuu fi filanniichi nagaa qabeessaa akka ta’uun Ityoophiyaanoonni keessaayuu dargaggoon gaheesaa akka ba’aatu yaadachiisaniiru.

Zaman Bayyaneetu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.