Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa boruu ni gaggeeffama

Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC)- Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa guyyaa boruu ni gaggeeffama.

Yaa’ichaanis muudamni kaabinootaa ni raggaasifamaan eegama.

Yaa’iin har’a gaggeeffamuuf ture guyyaa boriitti darbuu ragaan mana maricharra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.