Fana: At a Speed of Life!

Yoo jabaanne, yoo qophoofne, tokko yoo taane diina kamiiyyuu ni injifanna – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Yoo jabaanne, yoo qophoofne, tokko yoo taane diina kamiiyyuu ni injifanna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Itiyoophiyaan diina kamiifuu hin jilbiiffattu,Xiqur Anbassaan injifachuu malee injifatamuu hin beeku jedha.

Lafaa kaanee nama hin tuqnu, kan nu tuqeef akkaataa irraa baratuun deebii kenninaaf jedhan.

Biyya guddoo Afrikaarra darbee addunyaa keessatti dhiibbaa uumtu ijaaruuf diina nu gufachiisu cinaatti dhiisuun imala itti fufuu qabna jechuun ibsaniiru.

Hojiin Humna Qilleensaa jabaa ijaaruu cimee itti fufa, diinni Itiyoophiyaa xuqus hin milkaa’u jedhan.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.