Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitii Diillatti ogeeyyi Fayyaa deeggarsa yaalaa laachuuf gara adda waraanatti imalaniif gaggeessaan taasiifame

Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitii Diillatti ogeeyyii yaala Fayyaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa yaalaa laachuuf gara adda waraanatti imalaniif gaggeessaan taasiifameera.
Preezdaantiin Yuunvarsiitii Diillaa Dooktar Chirootaa Ayyalaan ogeeyyii yaala Fayyaa kaka’umsa mataa isaaniin gara adda waraanaatti imaluun Raayyaa Ittisaaf deeggarsa yaalaa laachuuf murteessan galateeffataniiru.
Ogeeyyii kanneenii fi Raayyaa Ittisaaf deeggarsa barbaachisu kan taasiisan ta’uu himaniiru.
Wayita murteessaa kanatti waamicha biyya fudhachuun gara adda waraanaatti duuluun tajaajila laachuuf murteessuun isaanii sona seenaa keessatti maqaan isaanii kan leellifamu ta’uu himaniiru.
Maastawaal Assaffaatu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.