Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Hawaasaa Artiist Addunyaa Duumoof Dooktireeti kabaja laate

Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Yuunvarsiitiin Hawaasaa Artiist Addunyaa Duumoof Dooktireeti kabaja laateera.

Artiisichi sirboota 500 baasuurra darbe afaanoota garagaraa Afaan Oromoo, Sidaamaa, Amaariffaa, Somaaliffaan yeedaloowwan barreessuu fi sirbaa tureera.

Caalmaatti aadaa fi afaan Sidaamaa guddisuuf ijoollummaasaarra eegalee tattaaffii taasisa turuu sagantichaan himameera.

Geetachoo Mul’ataatu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.