Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattoota kuma 4 fi 103 simate

Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Wallaggaa Barattoota haaraa kuma 4 fi 103f simannaa taasiseera.
Yuunvarsiitichi Waxabajjii 28 -30, 2013 bulchiinsa magaalaa Naqamtee, Abbootii Gadaa, Abbootii Amantaa, fi qaamolee hawaasaa garaa garaa waliin ta’uun barattoota haaraa bifa hoo’aa ta’een simateera.
Barattoonnii naannoo garaagaraarraa gara gara mooraa Yuunvarsiitichaa dhufan aadaa wal danda’uu fi waliin jiraachuu cimaan barnoota isaanii akka hordofan Preezdaantiin Yuuvarsiitii Wallaggaa Dooktar Hasan Yuusuuf ibsaniiru.
Efireem Malkaamutu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.