Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Walloo Kampaasii Instityuutii Teeknooloojii Kombolchaa  barattoota kuma 2 ol eebbisiise

Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Walloo Kampaasii Instityuutii Teeknooloojii Kombolchaa  barattoota muummee garagaraatin barsiisaa ture kuma 2 fi 732 eebbisiiseera.

Yuunvarsiitiichi barattoota har’a eebbisiisee keessaa 949 dubartoota  jedhameera.

Walitti qaban boordii Yuunvarsiitii Walloo Dooktar Alamuu Simee,barattoonni turtiisaanii mooraa keessaatti dabarsaniin beekumsaa argataniin biyyaasanii akka tajaajilaan yaadachiisaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.