Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsitiin Dambii Doolloo guyyaa boruu barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 59 ni eebbisiisa jedhame

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Yuunvarsitiin Dambii Doolloo guyyaa boruu barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 59 ni eebbisiisa jedhame.
Yuunvarsitichi barattoota sagantaa idilee 760 fi idileen ala 299 barsiisaa guyyaa boruu kan eebbisiisuu ta’uu ibseera.
Barattoota guyyaa boruu eebbifaman keessaa 543 dubartoota ta’uu daaryeektarri qunnamti hawaasaa fi hariiroo alaa gargaaraan proofeesaraa Tamasgeen Alamuun himaniru.
Daagmaawii Deeksisaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.