Fana: At a Speed of Life!

Jiilli Preezadaant Saahilawarq Zawudeen durfamu anga’oota bankii addunyaa waliin mari’ate

 

Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) Jiilli Preezadaant Saahilawarq Zawudeen durfamu anga’oota bankii addunyaa waliin Paariisitti mari’ate.

Dinagdee Afrikaa sababa Koviid 19’n dadhabe akka bayyanatu yaa’ii kaka’umsa preezadaanti Firaans Imaanu’el Maakroon qophaa’e irratti argamuuf Paariis kan argamu jiilli Preezadaant Saahilawarqiin durfamu hariiroo baankii addunyaa fi Itoophiyaa cimsuuf anga’oota baankichaa waliin mari’ateera.

Marichi raawwi hojii bu’uuraalee misoomaa deegarsa maallaqaa baankiicha irraa Itoophiyaan argattun hojjatame irratti bsa laachufi qophaa’e.

Anga’oota baankii addunyaa waliin mariin gaggeeffame Itoophiyaan tumsa baankiicha waliin qabduu cimsuuf gargaara jedhameera.

Maddi:- EBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.