Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaaf du’uun qaanii osoo hin taane miidhagina – Leetanaal Jeneraal Asiraat Deenneeroo

Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) – Ityoophiyaaf du’uun qaanii osoo hin taane miidhagina jedhan Qindeessaan Humna Qindoomaa Godina Matakkal Leetanaal Jeneraal Asiraat Deenneeroo.
Godina Matakkal magaalaa Galgal Balasitti mariin haala Waqtaawaa irratti xiyyeeffate gaggeeffameera.
Garee Shororkeessaa ABUT yeroo dhumaaf dhabamsiisuuf Raayyaa Ittisaa fi Mootummaa cinaa kan dhaabbatan ta’uu jiraattoonni magaalichaa ibsaniiru.
Gochaan gareen ABUT biyya diiguuf raawwataa jiru hundeeffama isaarraa kaasee kaayyoo yeroo dheeraaf qabatee ture ta’uu Leetanaal Jeneraal Asiraat Deenneeroon dubbachuu isaanii ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.