Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan hawaasa Dippiloomaasii teessoo isaanii Finfinnee taasisan waliin sagantaa Afxiraa gaggeessan

Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin hawaasaa Dippiloomaasii fi dhaabbilee idil addunyaa Finfinneetti argaman walii Hoteela Iskaayi Laayitiitti sagantaa Afxiraa gaggeessaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.