Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga ayyaana Cuuphaa geessani dabarsan

Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hordoftoota amantaa kiristaanaaf ergaa baga geessaani dabarsaniiru.
Aadde Adaanach ergaa isaaniitin ayyaanichi waliin jireenyi keenya akkuma ayyaana cuuphaa kan itti miidhagu, jibbiinsi bade jaalala keenyaan akkuma cuuphaa addunyaa irratti kan ittiin beekamnuu fi nageenyi keenyas akka laga Yoordaanoos guutee faca’ee kanneen nagayaa dhaban hundaaf nageenya akka ta’u maqaa kiyyaa fi Bulchiinsa magaalichaatin nan hawwa jedhaniiru.
Akkasumaas ayyaanichi wayita kabajamu weerara vaayrasii koroonaarra of eeguun ta’uu akka qabu yaadachiisaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.