Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee hundi keenya naannawa keenya akka qulqulleessinu jedhan

Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hundi keenya naannawa keenya akka qulqulleessinuu fi keessa keenyallee mufaata fi jibiinsa akkasumas haaloo irraa haa qulqulleessinu jedhan.

Aadde Adaanach magaalaa keenya keessatti “ ani biyya kootiif Ambaasaaddara “ jechuun roobni fi aduun kutaalee magaalaa keenyaa fi aanaalee keenyaa osoo isin hin nuffisiisin miidhaginaa fi qulqullina magaalaa keenyaa qindeessaa fi eegaa kan turtan hundi galata guddaan isiniif qaba jedhaniiru.

Akkasumaas hundi keenya naannawa keenya akka qulqulleessinuu fi keessa keenyallee mufaata fi jibiinsa akkasumas haaloo irraa haa qulqulleessinu jechuun dubbataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.