Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Ijaarsa manneen jireenyaa kuma 4 eegalchiisan

Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ijaarsa manneen jireenyaa kuma 4 eegalchiisaniiru.
Manneen kunnee tumsa mootummaa fi dhaabbata Riil Isteetii Giiftiin kan ijaaramu ta’uu Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Manneen jireenyaa kunneen gamoowwan abbaa darbii 14 – 22 ta’uu eeraniiru.
Qophiin duraa xumuramuun gara ijaarsatti galamuu kaasaniiru.
Rakkoo hanqina mana jireenyaa furuuf filannoowanii fi hojmaata haaraa hojirraa oolchuun magaalaa jireenyaf filatamtuu fi mijattuu taate taasiisuuf hojjechuu itti fufna jedhan.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.