Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach jila Kantiibaa Magaalaa Deenveriin durfamu waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen jila Kantiibaa Magaalaa Deenveriin Mikaa’el Bii Haankookiin durfamu waliin mari’ataniiru.

Kaabinee bulchiinsa magaalichaa waliin ta’uu jila kana simachuun mari’achuu isaanii Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin himaniiru.

Marii bu’aa qabeessa hariiroo magaaloota lamaanii cimsu taasisuu isaanii eeraniiru.

Jilli kun ganama har’aa Magaalaa Finfinneetti pirojektoota gurguddoo hojjetamaa jiran daawwachuun kan yaadatamuudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.