Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach kutaa magaalaa Eekkaatti bakka sosochii Ispoortii eebbisisaan

Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 3tti bakka sosochii Ispoortii eebbisisaaniiru.

Bakka sosochii Ispoortii kun tumsa misooma idil addunyaa Xaaliyaanii fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti kan ijaarame ta’uu eeraniiru.

Baatii afur keessatti ijaaramee kan xumurame ta’uu dubbataniiru.

Jijjiiramaa as bakki sosochii Ispoortii 500 ol ijaaramuu Aadde Adaanach ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.