Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanich obbo Oordiin Badiriif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen obbo Oordiin Badirii Preezdaantii naannoo Hararii ta’uun muudamuu isaanii sababeeffachuun ergaa baga gammaddanii dabarsaniiruu.

Obbo Oordiin Badiriin Preezdaantii naannoo Hararii ta’uun imaanaa ummataa guddaa fudhachuu isaaniin maqaa jiraattootaa fi bulchiinsa magaalaa Finfinneen ergaa baga gammaddanii fuula miidiyaa hawaasummaan isaaniin ibsaniiru.

Bara hojii gaarii akka ta’uuf hawwaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.