Fana: At a Speed of Life!

Aadde Daagimaawwi Mogaas kutaa magaalaa Finfinneetti argamuun manneen harka haaromsuu jalqabsiisan

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Ministirri Ministeeraa Geejjibaa aadde Daagimaawwi Mogaas kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 5tti argamuun mana harka qalleeyyii haaromsuu eegalchiisan.

Ministirittin bulchiinsi aaniichaa hanga manneen 30 ta’aan haaromsuuf karoorsuu sochii taasisaa jiraachuu himaniiru.

Haaluma wal fakkatuun yeroo gababaa keessaatti gaaffii uummataan manneen jireenyaa hojjetamanii akka xumuraman deeggarsa taasisuun jiraattootaaf akka dabarsaan fuula Twiitara isaaniin ibsaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.