Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Ada’aa Bargaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 darbe

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaa magaalaa Mugaritti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 darbeera.
Balichi magaalaa Mugar bakka Sulula Walaqoo jedhamutti har’aa ganama naannoo sa’aatii 12:00 kan qaqqabee.
Konkolaataa fe’isaa Simintoo fe’ee jiru walittii bu’een lubbuun nama 1 yoo darbu, mana jireenyaa nama dhuunfaa tokko irras miidhaan qaqqabuu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa godina Shawaa Lixaarra argame ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.