Fana: At a Speed of Life!

Abbootiin qabeenyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa walitti qaban bulchiinsa magaalaa Finfinneef laatan

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Abbootiin qabeenya raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa walitti qaban bulchiinsa magaalaa Finfinneef laataniiru.

Bulchiinsi magaalichaa raayyaa ittisa biyyaa aarsaa kaffaluuf deeggarsa kan ta’uu Birrii biiliyoona 2 walitti qabuuf waada galuun isaa ni yaadatama.

Bu’uruma kanaan abbootiin qabeenyaa deeggarsa taasisaan Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeef laataniiru.

Deeggarsicha MWS fi Horaa treeding tokkoon tokkoon isaanii Birrii miiliyoona 10 raayyaa ittisa biyyaa kan laatan yoo ta’u, miiliyoona 5 ammoo lammiilee harka qalleeyyif laataniiru.

Aadde Adaanach deeggarsichaaf galatoomaa jedhaniiru.

Habtamuu T/Sillaaseetu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.