Fana: At a Speed of Life!

Agarsiifni Saayinsii fi Kalaqaa sadarkaa magaalaa 9ffaan gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Agarsiisni Saayinsii fi kalaqaa marsaa 9ffaan sadarkaa magaalaa manneen barnootaa magaalaa Finfinnee Paarkii Michummaatti eegalame.
Agarsisiichi Qopheessumaa Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinneen kan qophaa’ee fi guyyoota sadiif kan turuu ta’uun ibsameera.
Agarsiichi mata duree “Dhaloota hojii kalaqaatiin gahoome badhaadhina fi guddina hundaa galeessaaf” jedhuun gaggeeffamaa jiraachun ibsameera.
Agarsiisicharratti Barattoonni Manneen Barnoota dhuunfaa fi Mootummaarraa dhufan hojiilee kalaqaa hojjetan daawwiif kan dhiyeessan ta’uu ragaan Biiroo Barnoota magaalicharra argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.