Fana: At a Speed of Life!

Ajejni Lixaa miseensota Raayyaa Ittisaa 107 guddina sadarkaa laate

Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Ajejni Lixaa miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii gaarii galmeessan 107f guddina sadarkaa laateera.
Guddinni sadarkaa kun Itti aanaa Ajejaa 10 hanga Kolooneeratti kan hamate ta’uu ibsameera.
Miseensonni guyyaa har’aa guddina sadarkaa badhaafaman yeroo biyyattiin ijoollee murannoo qaban ishee barbaachisuutti ta’uu isaan waan isinirraa eegamu hunda ga’umsa olaanaan ba’uu qabdu jedhan Ajejaan duula addaa Raayyaa Ittisaa Meejer Jeneraal Shuumaa Abdataan.
Baandoota qulqulleessuu keessaatti hirmaanaa olaanaa akka taasiiftan amantaa isanirra qaba jedhan Meejera Jeneraal Shuumaan sirnichatti haasawa taasiisaniin.
Maddi:-EBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.