Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Abdulfattaa Abdullayii Somaaliyaatti Ambaasaaddara Turkii waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)-Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdulfattaa Abdullayii Somaaliyaatti Ambaasaaddara Turkii Mahaammat Yilmaaz waliin mari’ataniiru.

Ambaasaaddar Abdulfattaa marii sadeenii hidha haaromsaa fi haala waqtaawaa naannoo Tigraay ilaalchisee ibsa taasisuusaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.

Qabsoon gaggeeffamaa jiru uummataa Tigraay waliin osoo hin taanee garee shororkeessaa ABUT biyyaa diigan waliin ta’uu Ambaassarichi ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.