Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Rattaa Alamuu Ministira Ministeera Geejjibaa fi Nageenyaa Daandii Israa’eel waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Israa’eelitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Rattaa Alamuu Ministira Ministeera Geejjibaa fi Nageenyaa Daandii Israa’eel Miirii Reegeev waliin mari’ataniiru.
Turtii isaaniitin dhimmoota tumsa waloo damee geejjibaa gara sadarkaa olaanaatti ceesisuurratti mari’ataniiru.
Marii isaaniitin itti aanaan Ministirri Nageenyaa Israa’eel obbo Gaadii Yibaarkeeny tumsa biyyoota lamaan giddu jiru cimsuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.