Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Tizzitaa hawaasa daldalaa Hindiif dhimmoota invastimantii Ityophiyaa irratti ibsa laatan

Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Hinditti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tizzitaa Mulugeetaa miseensoota hawaasa daldalaa hindiif invastimantii mijatoo Ityoophiyaan qabdu irratti ibsa laataniiru.
Dhaabbata eksipoorti Hindiin kan qophaa’ee fi covid-19n booddee filannoowwaan daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi Hindi jiru mata duree jedhuun gaggeeffameera.
Fooramicharratti Ambaasaaddar Tizzitaa Mulugeetaa, Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Hindii Roobart Sheetkiintoong, Barreessaa Olaanaa Mana Maree Hawaasa damee Daldalaa Ityoophiyaa Yasuuf Ademnuurii fi miseensoonni hawaasa daldalaa Hindii 129 ol hirmaataniiru.
Ambaasaaddar Tizzitaa hawaasa daldalaa Hindiif dhimmoota invastimantii Ityophiyaa irratti ibsa laataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya
https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.