Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Al Faxirii godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaagaraa keessatti kabajame

Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaagaraa keessatti sirna hoo’aa ta’een kabajameera.
Ayyaannichi magaalaa Jimmaa, Asallaa,Mattuu, aanaalee Godina Jimmaa, Harargee Bahaa fi Lixaa, Iluu Abbaa Booraa, Buunnoo Beddellee,Shawaa Lixaa fi Kibba Lixaa, Baalee, Arsii fi Wallaga Bahaatti sirna hoo’aan kabajamaa jiraachuu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Godinoota, aanaalee fi magaaloota kanneenirraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.