Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Irreechaa Malkaa Dhaabanaa Birbirsa Lakkuu kabajamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC) – Godina Buunnoo Beddelleettii Ayyaanni Irreechaa Malkaa Dhaabanaa Birbirsa Lakkuu kabajamaa jiraachuu ibsameera.

Godina Buunnoo Beddelleettii Ayyaanni Irreechaa Malkaa Dhaabanaa Birbirsa Lakkuu bakka Abbaan Gadaa Tuulamaaa Goobana Hoolaa, Abbaa Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessaa,haadholii Siinqee akkasumas bakkaa qeerroofii qarreen argamanittii haala hawwataa taheen kabajamaa jiraachuu OBN gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.