Fana: At a Speed of Life!

Baaleetti proojektoota misoomaa hojjetamaa jiranii fi misoomuu danda’an gamaaggamneerra – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Naannoo Oromiyaa, Godina Baaleetti proojektoota misoomaa hojjetamaa jiraniifi misoomuu danda’an gamaaggamuu isaanii ibsaniiru.
Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu guyaa har’aa magaalaa Roobeetti daawwannaa hojii gaggeessuun kan yaadatamuudha.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.