Fana: At a Speed of Life!

Baalli Sammuu adoochu kuntaalli 32 to’atame

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Godina giddugaleessa Goondar aanaa Taachi Admaacootti Baalli Sammuu adoochu Hashishiin kuntaalli 32 to’atannoo jala ooluu ibsame.

Buufata too’annoo Gumrukaa damee Saanjatti to’atamuu himameera.

Xaafii fakkeessuun Lixaa Goojjam magaalaa Adeetii gara magaalaa Abraajiraa darbuuf wayita Konkolaataa fe’iinsaan fe’amee imalaa ture to’atamuu ogeessi sakattoo Gumrukaa obbo Abbabaa Tamee ibsaniiru.

Konkolaachisaa fi gargaaraan yeroof miliquu himameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.