Fana: At a Speed of Life!

Baalli sammuu hadoochu kuntaalli 30 ol dhabamsifame

Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Qajeelchi Odeeffannoo Ajaja Kibbaa baala sammuu hadoochu kuntaala 30 ol dhabamsiifame.

Qajeelchi Odeeffannoo Ajaja Kibbaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaatti hordoffii taasiseen baala sammuu hadoochuu Kaanaabis kuntaala 30 ol dhabamsisuu ibseera.

Ajajichatti Bakka Bu’aan Dursaa Garee Qorannoo fi Hordoffii Yakkaa Ajaja Kuma Birhaanuu Tarrafaan akka ibsanitti, baalli sammuu hadoochu kuntaallii 30 ol gubamuu dubbatan.

Baalli kun gareen Shororkeessaa Shanee ergama badii raawwachuu fi madda galii taasifachuun kan itti fayyadama turan ta’uu ibsuu ragaan Raayyaa Ittisa Biyyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii https://www.facebook.com/afaanoromoofana

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.