Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa carraa sagantaa maallaqa alaa jijjiiraati badhaafamaa ifoomse

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Sagantaa ba’iinsa carraa lootorii maammiltoota dabarsa fi jijjiirraa maallaqaa biyyoota alaa ifoomseera.

Baankichi carraa lootorii maammiltootaa har’a waajjira Lootorii Biyyaalessaattti kan ifoomse.

Sagantaa maallaqa alaa jijjiiraati badhaafamaa jedhuun Baankichi marsaa 5ffaadhaaf, Carraa 1ffaadhaan konkolaataa fe’umsaa Izuzu NPR,1 Konkolaataa abbaa miila  3 akkasumas TV abbaa Inchii 32 10 bakka Maammiltoonnii fi bulchiinsi looterii biyyaalessaa akkasumas, Preezdaantiin Baankiicha obbo Darribee Asfawu argamanitti carraan badhaafamtootaa baeeera.

Haaluma kanaan,Lakkoofsi Carraa ba’eera.

Carraa 1ffaa-1032337-Konkolaataa fe’umsaa Izuuzu

2ffaa -1033990 – Baajaajii

3ffaa-1009012 – Baajaajii

4ffaa -1004325 -Baajaajii

5ffaa 1035923 -TV Inchii 32

6ffaa -1034086-TV Inchii 32

7ffaa -1028011-TV Inchii 32

8ffaa- 1019626-TV Inchii 32

9ffaa-1008189-TV Inchii 32

10ffaa-1036578-TV Inchii 32

11ffaa 1001976-TV Inchii 32

12ffaa-1002137-TV Inchii 32

13ffaa-1002172-TV Inchii 32

14ffaa-1035139-TV Inchii 32

Yaaddessaa Geetaachootu

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.