Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan 10 darban oomisha biyya keessatti oomishamanirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 418 argame

Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Baatiwwan 10 darban oomisha biyya keessatti oomishamanirraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 4 fi miiliyoonni 18 argamuu Ministeerri Indaastirii beeksiseera.
Ministeerrichi dhaabbilee waamamtootaa waliin raawwii baatiwwan 10 gamaaggamaa jira.
Baatiwwan10 darban oomisha biyya keessatti oomishamanirraa galii Doolaara miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 98 argachuuf karoorfamee miiliyoonni dhibbi 4 fi miiliyoonni 18 argamuu Ministirri Ministeera Indaastirii obbo Malaakuu Allebal ibsaniiru.
Raawwiin kunis kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallamu Doolaara miiliyoona 102 caalmaa qaba jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.