Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan 11 darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.1 olitti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Baatiwwan 11 darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.1 olitti tilmaamamu to’atamuu Ministeerri galiiwwanii beeksiise.
Baatiwwan 11n darbanitti hojii to’annoo fi hordoffii daddabarsa meeshaalee seeraan alaarratti hojjetameen bu’aa gaariin argamuu ibsameera.
Hojiin bara kana hojjetame kan bara darbeen yoo madaallame % 39 caalmaa qabaachuu ragaan ministeericharraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.