Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan 6’n darban Intarpiraayizootaaf Birrii biiliyoonni 1.1 Liqaan rabsamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Baatiwwan 6’n darban humna Intarpiraayizootaa cimsuuf Birrii biiliyoonni 1.1 Liqaan rabsamuu Inistiityuutiin misooma Intarpiraayizoota Ityoophiyaa beeksise.

Inistiityuutichi hoggantoota naannolee hundaa fi bulchiinsa magaalotaa lamaanii waliin raawwii hojii walakkaa waggaa Adaamaatti gamaaggamaa jira.

Mootummaan yeroo kamiiyyuu caalaa damichaaf xiyyeeffannoo laatee hojjechaa jiraachuu Daayrektarri Olaanaan Inistiityuutii misooma Intarpiraayizoota Ityoophiyaa Dooktar Allabbaachoo Niguseen ibsaniiru.

Baatiwwan 6’n darban humna Intarpiraayizootaa cimsuuf Birrii biiliyoonni 1.1 Liqaan rabsamuu dubbachuu isaanii TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.