Fana: At a Speed of Life!

Balaa Ibiddaa Finfinneetti qaqqabeen Suuqiwwan 21 barbadaa’an

Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa magaalaa Finfinnee Kutaa Nifaas Silk Laaftoo aanaa 11tti qaqqabeen Suuqiwwan 21 barbadaa’uu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa beeksiseera.

Balaan kun ganama har’aa naannoo Sa’aatii 1:50 irratti naannawaa Safaraa jedhamutti qaqqabuu Ogeessi Hariiroo Ummataa Komishinichaa Obbo Nigaatuu Maammoon Faanaa Biroodkaastiing Korporeetiif himaniiru.

Balaa kanaan Suuqiwwan daldalaa 21 barbadaa’uu eeraniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.