Fana: At a Speed of Life!

Bara 2010 eegalee hojiileen damee Faayinaansiin hojjetaman bu’aa gaarii galmeessaniiru – Dooktar Abiy

Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Bara 2010 eegalee hojiileen damee Faayinaansiin hojjetaman bu’aa gaarii galmeessisuu Muummeen Mimistiraa FDRI –Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Bara 2010 galiin Taaksiirraa argamu Birrii Biiliyoona dhibba 2 fi biiliyoona 29 ture bara 2012 % 36 dabaluun Birrii biiliyoona dhibba 3 fi biiliyoona 11 qaqqabuu Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Ga’een liqii damee dhuunfaa bara 2010 % 44 gadi ture bara 2012tti % 64 ol guddachuu eeraniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.