Fana: At a Speed of Life!

Barattoonni WMO Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)- Barattoonnii fi Barsiisonni Waldaa Misooma Oromiyaa yadannoo injifannoo Adwaa daawwataniiru.

Dawwanicharratti Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee fi Daayirektarri Olaanaan Waldaa Misooma Oromiyaa Obbo Dajannee Itichaa argamaniiru.

Barattoonni kunneen yadannoo Injifannoo Adwaa Daawwachu isaanitti gammaduu ibsuun, hojiin hojjetameen, dabaree isaaniin biyya isaaniif seenaa dhalootatti darbuu hojjechuuf akka isaan kakaase ibsuu ragaan Waajjira Kantiibaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.