Fana: At a Speed of Life!

Biirichi baatiiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 43 ol walitti qabuu beeksise

Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee baatiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 43 fi miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 57 fi kuma 43 ol walitti qabuu beeksise.

Biirichi baatiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 37 fi miiliyoona  dhibba 3 fi miiliyoona 40 fi kuma 41 walitti qabuuf karoorfatee Birrii biiliyoona 43 fi miiliyoona  dhibba 1 fi miiliyoona 57 fi kuma 43 ol walitti qabuu eereera.

Galichi kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame Birrii biiliyoona 10 fi miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 45 ol caalmaa qabaachuu ragaan Biiricharraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.