Fana: At a Speed of Life!

Biiroo Fayyaa Oromiyaaf deeggarsi Ambulaansii 7 taasifame

Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Faawundeeshinii Eegumsa Fayyaa Idil Addunyaa Kooriyaa (KOFIH) Biiroo Fayyaa Oromiyaaf deeggarsa konkolaattota Ambulaansii taasiseera.
Konkolaattonni kunneenis Ambulaansi torbaa fi kan biroo yoo ta’an da’umsaan walqabatee haadholii irra miidhaa dhaqqabu ittisuuf kan oolu ta’uun himamee jira.
Bahaayilu Baaneetu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.