Fana: At a Speed of Life!

Biyyoonni Addunyaa tokko tokko bara haaraa Faraanjootaa 2021 simaachuu eegalaniiru

Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Biyyoonni Addunyaa tokko tokko bara haaraa Faraanjootaa 2021 simaachuu eegalaniiru.
Biyyoonni bara haaraa dursanii simatan keessaa muraasni Nizeerlaandii fi biyyoota Paasifik ni eeramu.
Biyyooonni Adunyaa hafanis akkataa haala teessummaa lafa isaanitti bara haaraa Faranjootaa 2021 kana sirna gargaaraan simaachuuf qophii irraa jiru.
Ta’us biyyoonni baay’een sababa weerara vaayraasii koroonaatiin sirna simannaa bara haaraa Faraanjootaa kan irratti sochii namoota uuggura jirus jedhameera.
Sababa kanaan biyyoonni Lixa ayyaannicha mana isaanitti akka kabajan dirqaamaniirus jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.