Fana: At a Speed of Life!

Boordichi adeemsa filannoo keessatti hirmaannaa dubartootaa mirkaneessuuf leenjii laate

Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa adeemsa filannoo keessatti hirmaannaa dubartootaa mirkaneessuuf tajaajjabdoota filannoof leenjii laateera.
Filannoo marsaa 6ffaa hirmaachisaa taasiisuuf Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa hojiilee hojjetaa jiru irratti ibsi laateera.
Adeemsa Filannoo keessatti sadarkaa hundaan sirna koorniyaa mirkaneessuuf dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadanirratti hojjetamuu akka qabu ibsamuu isaa ragaan Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.