Fana: At a Speed of Life!

Boordichi bu’aawwan filannoo Mana Maree naannoo murtaa’aan ifoomsaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Boordiin filannoo biyyoolessaa bu’aawwan filannoo Mana Maree naannoo murtaa’aan ifoomsaa jira.

Boordiichi aariitiin bu’aa filannoo akka hin ibsineef hudhaa kan ta’ee komii gama paartiilee siyaasaa dhiyaatee ta’uu himameera.

Ta’uus boordichi bu’aawwan filannoo naannolee mirkaneeffamanii fi kanneen komiin muraasni jiraniitti bu’aa filannoo yeroo murtoon itti laatamuu ifoomsaa jira.

Haaluma kanaan Boordichi bu’aawwan filannoo Mana Maree naannoo murtaa’aan ifoomsaa kan jiru yoo ta’u, baldhinaa bu’aa filannichaa fuula Feesbuukii boordichaarratti akka maxxansuu ibsameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.