Fana: At a Speed of Life!

Boordiin Filannoo biyyaaleessaa filannoo marsaa 6ffaa biyaalessaa irratti paartilee morkattoota waliin marii’achaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo biyyaaleessaa filannoo marsaa 6ffaa biyaalessaa irratti paartilee morkattoota waliin marii’achaa jira.

Boordiin Filannoo biyyaaleessaa filannoo marsaa 6ffaa biyaalessaa irratti taateewwan gurguddoo yeroo itti raawwatuu fi ittisa Vaayirasii koronaarratti tarkaanfiiwwan fudhatu ilaalchisee paartilee morkattoota waliin Finfinneetti marii’achaa jira.

Marichaan Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Birtukaan Miidhagsaa paartilee morkattoota siyaasaaf muuxannoon filannoo biyya alaa barreeffamaan dhiyeessan.

Nageenya filannoo fi qophii Boordii Filannoo biyyaaleessaa paarilee morkattootaf dhiyeessaniiru.

Boordichi hojiiwwan gurguddoo filannoo fi yeroon itti raawwatamuu irratti ibsa laataniiru.
Yaadoota hoggantootaa fi miseensoota paartii irra ka’eef ibsa kennaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.