Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Saamuunaa qulqullinaa (saaniitaayzarii) guyyaa har’aa manneen qorichaa Kanamaatti rabse

Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Saamuunaa qulqullinaa (saaniitaayzarii) guyyaa har’aa manneen qorichaa Kanamaatti rabse.

Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee dargaggoota tola ooltumaarratti hirmaata waliin ta’uun hojii Saamuunaan qulqullinaa gara manneen qorichaa Kanamaatti galchuurratti hirmaataniiru.

Hawaasnis guyya boruu irraa eegaluun mana qoricha Kanamaa dhiyeenya isaaniitti argamuu saaniitaayzarii liitra 1 Birrii 80 akkasumaas miilii liitra 250 ammoo Birrii 40 bitachuu kan danda’an ta’uu ragaan waajjiraa kaantibaa magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.