Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaa fi Afrikaan tumsa Jijjiirama qabeenya qilleensaarratti waloon hojjechuuf walii galan

Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Chaayinaa fi Afrikaan tumsa Jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf waliin hojjechuuf walii galuu ibsame.

Fooramii Ministiroota 8ffaa tumsa Chaayinaa- Afrikaa Daakaaritti gaggeeffamaa jiruun Chaayinaa fi Afrikaan dhimma jijjiirama qabeenya qilleensaarratti waliin hojjechuuf sanada tumsaa qopheessuu ibsameera.

Fooramii kanaan ajandaalee kunuunsa naannoo, itti fayyadama qabeenya uumamaa, dhiyeessii humna haaromsaa, ijaarsa bu’uuraalee misoomaa, dhiyeessii bishaan dhugaatii, eegumsa bineensota bosonaa fi ittisa gammoojjummaarratti mari’achuu ibsameera.

Maddi:- CGTN

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.