Fana: At a Speed of Life!

Daandichi gara Waarsawutti torbanitti balaliiwwan 4 gaggeessuufi

Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Waxabajjii 10, 2016 irraa eegalee gara Poolaandi Waarsawutti torbanitti balaliiwwan 4 gaggeessuuf akka ta’e beeksise.

Magaalaan Waarsawu magaalota buufataa tuuristootaa Idil Addunyaa adda dure ta’an keessatti kan eeramtuudha.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii https://www.facebook.com/afaanoromoofana

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.