Fana: At a Speed of Life!

Daandichi torbanitti balaliin gara Kaameeruunitti taasisu 11’tti guddisuufi

Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbanitti balalii gara Kaameeruun Magaalaa Duwaalaatti taasisu 11’tti guddisuuf ta’uun ibsame.

Balalichas Caamsa 26, 2016 eegalee kan gaggeessu yoo ta’u, daandichi yeroo ammaa gara Magaalaa Duwaalaatti torbanitti balaliiwwan torba taasisaa jiraachuu ragaan daandicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.