Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Balallii torbeen gara Kiigaalitti taasiisu18tti ol guddisuufi

Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Balallii torbeen gara Ruwaandaa Magaalaa Kiigaalitti taasiisu18tti ol guddisuuf ta’uu beeksise.
Dhaabbatichi yeroo ammaa torbeen sa’a 12 gara Magaalaa Kiigaalitti balallii taasiisaa jiraachuu ibseera.
Bara Faranjootaa Waxabajjii 9, 2016 eegalee torbeen yeroo 18 gara magaalaa Kiigaalitti balallii taasiisuuf qophii xumuruu ragaan fuula dhaabbaticharraa argame ni mul’isa .
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.